Iliyas Isake

Iliyas Isake

Share

It's Offical My Page

03/05/2026

MANCHESTER UNITED VS LIVERPOOL

02/05/2026

π˜π„π’, 𝐀𝐑𝐒𝐄𝐍𝐀𝐋 𝐀𝐑𝐄 π“π‘π”π‹π˜ 𝐎𝐍 π…πˆπ‘π„πŸ”₯

The Gunners remain 𝐎𝐍 π“πŽπ of the Premier Leagues

01/05/2026
19/04/2026
16/04/2026

Waamicha hatattamaa kabaja lammiile ittiin eeynu!

Callisuu hin dandeenyu.

Interview’n ga*zexeessituun fi hundeessituun miidiyaa Meseret Daba Piresid**ntii n*annoo S*maalee duraanii ummata keenya kum**tamaan ajj**see Torture godhee,miliyoonotaan qe’ee qabeenya isaanirraa buqqaasee,ashaaraa hammeenyaa du’a jumlaa fi buqqaatii hamaa ummata keenya gaggeesseen asxaa hin dagatamne nu keessatti dhiisee deeme erga inni waggaa 6 hidhamee baheen ergasii maqaa isaa san deebisuuf jacha yeroo jalqabaaf miidiyaan maqaa Oromoo himatu keessattuu holqa sadarkaa addunyatti beekkamaa Oromoon ittiin boontu *fumar moggaafate dhiheeysee af-Gaaffii waliin godhe. sanarra dhaabbatamee kaleessaa jalqabee hawaasa bal’aa jiddutti dheekkamsa fi mormii cimaa kaasee tokkummaan dura dhaabbatame tahuun ni beekkama. Isheenis akkuma jatteen miira tuffii fi oftuulummaan β€œmaal na godhanii, maal fidu” jachuun akkuma jatteen maxxansitee jirti. Kanaanis dogongora seenaa hojjattee jirti.

Well! Eega akkas tahe nus deebii mataa keenyaa qabnaaf:Kuni interview tokko qofa miti.
Kun dhimma kabajaa, itti gaafatamummaa fi dhukkuba uummanni keenya keessa darbe ilaaluu dhabuudha .

Nama ummata keenya dararee, hidhee, buqqaase akkasii yeroo madaan keenya hin qoorretti gara miidiyaatti fiduun kee tuffii ummata kanaaf qabdu ifaan agarsiiftee jirta.

Miidiyaan sagalee uummataa tuffatee fi madoo keenya nurratti tuttuqu deeggaramuu hin qabu.
Kanaaf, waamicha keenya:
β€’ *fumer_media irraa *bscribe fi *rt haa goonu! godhaa

Description πŸ”— Commentii jalaa argattu!

Ummata keenyaaf dhaabbanna. Haqaaf dhaabbanna. GalatomaπŸ™πŸΏ

16/04/2026

Kunis isaani moo😁😁😁😁

15/04/2026

Yakkaa gaara jabeenya

15/04/2026

yakkamaan kaasaayee jedhamu kan Gochi Gara jabummaa inni raawwachaa ture Media hawaasaa irratti dheekkamsa kaasuun Uummata dallansiise guyyaa har’aa Too’annoo seeraa jala oolee jiraachuu Communication Magaalaa Amboo beeksisee jira!

Adabbiin Gocha suukanneessaa sana maadaalu kan fakkaattoonni isaa irraa baratan itti kennamuu qaba!

06/05/2025

Guyyaa gaarii ture

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa
Harar