Marsimoonm
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Marsimoonm, Adama.
28/07/2026
28/07/2026
Qaxalen Sooressa Oromoo Cinaati argitan kun Social Midiyaa isatin bekama. Garu maqan isa Hassan Mohammed jedhama.
Hasson Hararghe Lixaa Gara magala Koraati dhalate.Magalaa Badessati Barumsa isaa haga 10+ยฒ xumure.Qabxi bareedaan yunivarsitii senee xumuree gara hojiti erga Senegaal 10 ol anotaa Godina Hararghee Kan Akka Gubba Qoricha,Habroo, xumura kana Odaa Bultumis Bulcha ta'un bulcha ture.
Muca kana irraa kana nama raaju Gara Laafummaa,Cichoomina Misomaa,Tokkumma,jalalaa ,Iftomina,Antumma sabaa fi nagenyi Isara madda jechu dandessa
Maqaan Hawasa inni Bulcha ture kessati yeroo bayee ittin bekkamu akka jedhani wamu..
Gababumati Mucaa Ummanni jalala isati maraataa jiru kanati hinafuulen jiratu,garu Shiraan Ji'a jaha 6 Sababa tokko male Adamsani torbe 2'n kana dura Lakkisan๐ญ.
Ummataf yaana kan jedhu Dhugaa Ummata isaa bira demee Mal akka inni fakatu osoo baree Muxannoo hojii isaa irra fudhate isaalleen badhasee Sabaaf jirachisa ture.garu Fallaa kanaa barri Bara sobaa fi dharri dhugaa ukkamsuun daraare ta'e!!!.
Hasso Ormania Qaxalee Dhaloota Qubee Ummataf debisa.
23/07/2026
Mucan Qashxiin kun Biyya kee ta'un isaa Sin gamachisnee Oromoo.??
Biyya Soressa Ambaa irra kiyyaatu Anaaf Aana jechuun isaa Kun Enyummaa Guddaadha.
Nuf jiradhu jedhan.
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdata Sani Said, Nasiibaa Mohammad Abdallah, Zeynu Ibin Mohamad Abadir, Abbaa Liibee, Jojo Ahmed Aliyyii Issaa, Badhasa Suufiyaan, Naziir Sufiyaan
21/07/2026
Baga Ilma Saba Guddaa kanaa taate.
Baga Biyya Dhiiga koti jettee Ethiopia qaqabde.
Alin Ilma sabaati Gandaa fi Lagaan nurraa hin qodinaa.Ilmi sabaa Sabaaf agartu ta'uf jalala kessanif Isin giddutii argame jira.
Alin Canadati dhalate. Dhalooni matii Ethiopia Oromiyaa Harargeedha.
Egere dhaloota Dhufaa jiruutif Wan bay'ee akka hojechuf jiru Kayyon isaa fagoodha.
Isa qofaa miti dhaloota heduu isa fakkatan isa duban hirirani Biyya koo jechun onnee gutun isin bira gaha jiran.
kanaf Jajabessa jaba kessan.
Sijaalana
14/07/2026
๐ซ๐ท 0 Vs 2 ๐ช๐ธ
Bravo ๐๐ฟ ๐๐ฟ Spain Record France Goli qofa osoo hin ta'in Taba Ajaa'iba tabachun France Daa'ima Kubbaa baraa jiru ishi taasifte!
03/07/2026
Mana Shiraati fi Garaa hadhaa kessati hin hafan baga Maati ketiti nagaan Galte
Hasso Ormania Goota Hayyuu gameessa Sabaa
Click here to claim your Sponsored Listing.