Jaal Biqilaa sabaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jaal Biqilaa sabaa, Health/Beauty, Oromiyaa, Addis Ababa.
17/04/2026
mootummaan Uummata nagaa irratti raawwateen lubbuun beeyladoota hedduu baduu fi namoonni madaa'uun gabaafame.
Ebla 16_2026 "Ona Giddaa Ayyaanaa Ganda Dirree Guddaa jedhamutti “Drone” dhaan mootummaan namoota nagaa , qabeenya ummataa fi beelladoota irratti miidhaa qaqabsiisee jira . Maatiin Obbo Jabeessaa sadii madaa’aniiru . uummata mana ummataa haala kanaan “drone” dhaan reebaa jiru.”
12/04/2026
Ebla 11/4/2026
Gottichi guyya arraa bakkotta adda addatti injifanno bonsaa galmeesse jiram
👉Onna addaabarga
👉Onna mettarobi
👉Bulshinsa magala minaaree fi
G wallagaa ba'aa
Anna sassigaa
bakkotta kannatti dinna sabaa oromo sammuf bobatte rukutta dadaamii hin qabnen rukutun kanshe bojiun
messha k***n Akka
disqaa /Birena /sinaphera /kilashi hunduma irra gurachun Ijifanno bonssa galmeesse jiram .💪
09/02/2026
💪🏿🌲Namoota Amani Garuu Daangaa Itti Ijaari Namni Hamii Nama biraa sitti Fidu kan kees bor nama biraati Geessun isaan hin olu
+🌿🌲 Namni ijaan argite Hundi fira sitti hin ta.uu hin danda.uu👁👁👁👁👁
+🌿🌲Gurii kee waan dhaga.e hunda akka dhugaati hin fudhatin 👂👂👂👂👂
+🌿🌲Fuulli koolfu Hundi Onnee qulqulluu qaba jechuu mitti❤❤❤❤❤❤
08/02/2026
Yeroo Galii Argachuu Jalqabdu eganoo kee ilaali
yeroo jireenyi si rukutu miira keessan ilaalaa
yeroo namoota baayee keessa jirtu amala kee ilaali
yeroo aartu Arii kee ilaali
yeroo hiriyoota waliin jirtu jecha kee ilaali
yeroo kophaa jirtu yadaa keessan ilaala
TO'ANNOO KEETI MADAALAMTA❤❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤
20/01/2026
Yeroo Gaarii fi Cimaan laman Isaaniyyuu Injifannoodha Yeroo hundaa waan tokko baratta yoo wanti tokko guddaa Amma gara fuulduratti maal akka gootu beekta yoo wanti tokko akka karoorfameti hin deemne Amma maal irrati hojjachuu akka qabdu beekta yeroo lamaanuu hubannoo argatta yeroon Hundi barumsadha sana yaadadhu
19/01/2026
Lolli Ulfaatan loltuu Cimaa si taasisa
18/01/2026
Hayyee Yaa Rabbii Baga Wbo Biqilchite Wbo Wabbii Sabaa Furtuu Rakkoo Dhala nama Sabni Oromoo suma qaba 💪💪💪💪💪💪🏾💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿❤❤❤❤💚💚💚💚❤❤❤❤
31/12/2025
Hawaasni Oromoo Biyya keessaf Alatif Qabsa,ooni Oromoo Abo Wbon Baga Amajjii 1,2026 tin isin gahe Bari Bara Gammachuu kan Injjifannoo kan Bilisumma isinif haa ta.uu Gadaan Bulaa
31/12/2025
Hawaasni Oromoo Kan Biyya keessaf Ala Qabsa,ooni Oromoo Abo Wbo Baga Bara Haara Amajjii 1,2026 tin isin Gahe Bari kun Bara Bilisumma Kan Injjifannoo Kan Milkii Kan Gammachuu isinif haa Ta.uu Gadaan Bulaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa