Dr.Yom Bashana

Dr.Yom Bashana

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr.Yom Bashana, Health/Beauty, Addis Ababa.

Photos from Dr.Yom Bashana's post 01/08/2026

Akkam jirtu hordoftoonni koo martinuu fayyaa keessanii
Akkuma armaan gadiitti footoo irraatti argitan Maqaa koo fi profile photo kootiin Page banamee followers 5.9k qabu kan koo akka hin taane akkasumas odeeffannoo fayyaa karaa page kanaa dhufu akka hin amanne,inni biraan immoo page asii footoo irraatti argitan( Dryomba Shana) jedhu report akka naaf gootan akka cuufamuuf na cina dhaabadhaa!
Waan na cina dhaabataniif galatoomaa!.


Kan koo inni sirriin = Dr.Yom Bashanana Kesi(2.3k followers).
page inni haaraan immoo= Dr.Yom Bashana

31/01/2026

Faayidaa karootii sorachuun qabu

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa