Caltuu kedir
Dhiira essattu bultiif sirritti ta'aa dhugaa naaf hima mee naan barbaade🙄
02/08/2026
Rahaa fudhadha mootii jaalala 🤟🤘🥰
02/08/2026
❤️Harar Tiyya Biyya Jaalala ❤️
Biyya jaallachuun hojii fi dhugaa dha,
Wal kabajuu fi wal deeggaruun humna keenya
Har'a haa ijaarru, bor haa dhaallu,
Biyya keenya keessatti abdii haa biqilchinu. ❤️
02/08/2026
Harki yeroo ati kufte qabee ol si kaasu baay'ee qaalii dhaa harka san jabeeffadhu!! ❤️
01/08/2026
Rahaa fudhadha mootii jaalala 🤟🤘🥰
01/08/2026
Kuno Qashxii teesan 📸✨️
31/07/2026
Bareenni dhaloota 🤙❤️🩹
31/07/2026
Nama waa'ee namaa sitti odeessu "saahiba "hin godhatin sababnis boru waa'ee kee namatti odeessa waan ta'eef
31/07/2026
🌹 Jaalala Dhugaa Akka Shari'aan Islaamaa Barsiiftutti:-
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ
Jaalalli kennaa guddaa Rabbii ti. Garuu Islaamni jaalala akka fedhanitti hordofuu osoo hin taane, daangaa fi seera Rabbii keessatti akka jiraatu nu barsiisa. Jaalalli dhugaan nama gara Rabbiitti dhiheessa malee, cubbuutti hin geessu.
Rabbiin ol ta'e akkana jedha:
«"Namoota keessaa warri Rabbiin alatti wantoota biraa akka Rabbiitti jaallatan ni jiru. Warri amananis jaalalli isaanii Rabbiif caalaadha."
(Suuratul Al-Baqarah 2:165)»
Aayanni kun jaalala hunda caalu kan Rabbiif ta'e akka ta'uu qabu nu hubachiisa. Namni Rabbiin jaallate, waan Inni jaallatu ni jaallata; waan Inni dhowwes irraa fagaatu.
Akkasumas Rabbiin ni jedha:
«"Yoo Rabbiin jaallattan ta'e, na hordofaa; Rabbiinis isin ni jaallata, cubbuu keessanis isiniif ni araarama."
(Suuratu Aali Imraan 3:31)»
Kana jechuun, mallattoon jaalala Rabbii jechuun Ergamaa Rabbii ﷺ hordofuu dha.
Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan:
«"Namni tokko nama isa jaallatu wajjin ta'a."
(Sahiih al-Bukhaarii fi Sahiih Muslim)»
Kanaaf nama gaarii, warra Rabbiif ajajaman, fi nama amantii qabu jaallachuun bu'aa guddaa qaba.
Hadiisa biraa keessatti Ergamaan Rabbii ﷺ ni jedhan:
«"Isin keessaa tokko hanga ani isaaf abbaa isaa, ilma isaa fi namoota hunda caalaa jaallatamutti amantiin isaa hin guutamu."
(Sahiih al-Bukhaarii fi Sahiih Muslim)»
Kun jaalalli Ergamaa Rabbii ﷺ amantii keessaa iddoo guddaa akka qabu ibsa.
Jaalalli dhiiraa fi dubartii gidduus yoo ta'e, karaa halaalaa fi nikaan qofa kabajama. Hariiroon nikaan dura badii fi fitnaa geessisu irraa Islaamni ni akeekkachiisa. Jaalalli dhugaan obsaan, kabajaan, sodaa Rabbii fi nikaan eegama.
Rabbiin nu haa godhu warra Isa jaallatan, Ergamaa Isaas ﷺ hordofan, jaalala isaanii immoo karaa halaalaa keessatti eegan.
اللهم ارزقنا حبك، وحب من يحبك، وحب كل عمل يقربنا إلى حبك. آمين.
"Yaa Rabbii! Jaalala Kee nuuf kenni. Jaalala namoota Si jaallataniis nuuf kenni. Akkasumas jaalala hojii gara j
30/07/2026
🧡🧡
28/07/2026
Baddeessaa biyya jaalalaa 🥰
Vamos Baddeeysaa 💪💪
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa