Kilimanjaaroo Meeshaa ijaarsaa fi Pilaaneet mana nyaataf juusii
Kilimanjaaroo Meeshaa ijaarsaa fi pilaaneeti mana nyaataaf juusii
AamiiinAamiiiin AamiiiiinAamiiiiiiiiiiiiin
01/09/2023
Sagantaa Eebba Barattootaa Markaza Daarul-Hijraa
Guyyaa 04-13-2015 Godina Baalee Magaalaa Aliitti.
09/05/2023
ተይዛለች።
በሳንሱሲ ቡራዩ ሁለት ወንድሞችን የገደለች አንዲት ሴት በቁጥጥር ስር ውላለች። ራሷን ለማጥፋት ራሷን ሰቅላ ህዝቡ ከመስቀል አውርዷት ለጸጥታ ሃይሎች አሳልፋ እንደሰጧት መረጃዎች ይጠቁማሉ።
She has been arrested.
A woman who killed two siblings has been arrested in Sansusii, Burayu. According to reports, she hanged herself to kill herself and the people took her down from the cross and handed her over to the security forces.
تم القبض عليها.
تم القبض على امرأة قتلت شقيقين في سانسوسي ، بورايو. وبحسب التقارير ، فقد شنقت نفسها لتنتحر ، وأنزلها الناس عن الصليب وسلموها لقوات الأمن.
09/05/2023
# ወቅታዊ_ዜና_ከአህመዲን_ጀበል
የሻግጋር ከተማ አስተዳደር በህዝበ ሙስሊሙ ላይ እያካሄደ ያለውን የተደራጀ ዘመቻ በአስቸኳይ ሊያቆም ይገባል።
ህዝበ ሙስሊሙ መስጂዱን በራሱ ንብረት እንዲገነባ፣ ህዝበ ሙስሊሙን ይቅርታ እንዲጠይቅና እየተከሰቱ ያሉትን ጉዳዮች በቅርበት እንዲከታተል ጠይቀዋል።
# أخبار_حالية_من_أحمد_جيبيل
على إدارة مدينة شقر أن توقف على الفور حملتها المنظمة ضد المسلمين ،
ودعا المسلمين إلى إعادة بناء المسجد بممتلكاتهم الخاصة ، والاعتذار للمسلمين ومتابعة القضايا الجارية عن كثب.
02/05/2023
INNAH LILLAHI WA INNAH ILEYHI Raji'uun
كان هذا الصباح ، توفي هذا الشاب الوسيم. هل سمعت كيف ذهب إلى الله ؟!
العمل العظيم الذي يحبه الله ، الأوقات الصعبة التي يختارها الله ، الحسن الذي يقترب فيه الإنسان من الله ... ذهب إلى الخالق أمامه مسلحًا بصلاة الصبح ، انتهى من الركعة الأولى ، في الركعة الثانية !!!
ووقعت الحادثة في قرية ششماني 01 بجوار مسجد الأستاذ قمر الحسين.
رحمه الله في المقهى وكافا الجنة!
رحمه الله يرفعه مع شباب الجنة الحسن والحسين.
ترى هذا الموت!؟ لا علاقة لها بالعمر والمشاكل الصحية !؟ طائر القطرس يحصد الأطفال للصغار والكبار دون تمييز !؟ !!!
ماذا عنك!؟ بينما تغني على Tiktok و Facebook ، هل سيخطفك Malakul Mowti بخطافه !؟ هل ستتوب ، تغتسل ، تصالح مع الرحمة وتحدق في الموت !؟
الله يجعلك وانا خاتمة!INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN
Ganama har’aati,Dargaggeessi bareedaan kun kan addunyarraa deeme. Akkamitti RABBIIN bira dhaqe dhageessanii!?
Hojii guddaa RABBI jaalatu,yeroo ulfaataa RABBIIN filatu,haala bareedaa namni RABBITTIIN dhiyaatu keessatti… Salaata Subhii hidhatee,raka’aa duraa fixatee,raka’aa lammaffaa keessatti... osoo Khaaliqa fuuldura jiru isa bira dhaqe !!!
Shaashamannee ganda 01 Masjida Ustaaz Qamar Huseen cinaa kan jirutti taate dubbiin…
RABBIIN caffee fi caffaa JANNATAA keessa isa haa ciibsu !
RABBIIN dura buutota dargaggoota Jannataa Hasanii fi Huseen wajjiin isa haa kaasu.
Argitanii du’a tana !? Umrii fi dhibama fayyaatiin akka wal hin qabanne!? Albeen isii dargaggeessaa fi manguddoof daa’ima akka haamtu osoo adda hin filanne !? !!!
Ati hoo!? Osoo Tiktok fi Facebooka gubbaa sirbitu Malakul Mowti hookkoo isaatiin si buta moo!? Towbattee dhiqattee RAHMAANIIN walitti araaramtee du’a ofirra mil’ataa jiraatta!?
Anaafi isinis RABBIIN Khaatimaa nu haa tolchu!
20/04/2023
Guyyaa boruu juma'aan iidiidi tahuu waajjirri ulamaa saudii daqiiqaa muraasa dura mirkaneessaniiru
Warra baranaa kan bara eger
Baga Rabbiin Idda bara 1444tiin walumaan nuhlgahe
Eid mubarek warra baranaa kan bara eegere
13/04/2023
Aswrwb qomoowwan koo obboleeyyan keenya zaalimni boochisaa jirtu bakka hundatti du'aayii keessaniin bira dhaabbadhaa
Rabbiin nasrii haa fiduuf nasrii nuu haa fidu yaa allah zaalima nurraa caaccabsi Aamiiin Aamiin Aamiiin yaa Rabbi.
kilimanjaro434 on TikTok kilimanjaro434's short video with ♬ son original
10/04/2023
Sirna Eebba Kitaaba “ BARBAACHISUMMAA ISLAAMUMMAA “ Kan Hayyicha Sulxaan Deksisoo Cirriitiin barreeffame, Guyyaa har’aa magaalaa Adaamaatti eebbifnee oolle.
Sirnicharratti Ulamootaa fi Hayyootni Amantaa Islaama magaalaa Adaamaafi akkasuma horsoftootni amantaa birootis argamuun,hawaasni guddaan magaalaa Adaamaas qooda bareedduu irraa fudhatanii jiru.
Obboleessa Kiyya Sulxaan Deksisootiin ammas dagaagi,tulluu kaayyoo irra bahi,dheebuu hawwii bira gahi jennaan.
09/03/2023
04/09/2022
Cogrtulation
18/07/2022
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Robe