Amin Aliyyi Husen
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Amin Aliyyi Husen, Addis Ababa.
04/06/2026
Badhaadhinni Ethiopia Gara Biyya Fakkeenyummaa Qabduutti Ceesisuuf Boqonnaa Malee Hojjata.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Caamsaa 27/2018 Godina Boorana Bahaa Kilaastara Walaabuutti Gamaaggamni Hojii paartiif Mootummaa Gaggeeffame.
Bakka I/A Bulchaa Godina Boorana Bahaa Ob.Taajuraa Odaa Fi Walitti Qabaa Koree dhaabbii Dhimma Horataaleef Diinagdee Naannoo Oromiyaa Dr.Gammachuu Araarsaa argamanitti Raawwii Hojii Hanga Ammaa ilaaluun Kallattiin egeree akeekameera.
02/06/2026
02/06/2026
~~~ ~~~
-----------------------------------------
Ummata Ganda Hara Haajii Fi Ollaa Keennaa Hundaaf.
Filannoo Biyyoolessa Marsaa 7ffaa Sadarkaa Ganda Keennaatti Haala Nagaa qabeessaa Fi Naamusaan guutameen Hawaasni Kaardii Filannoo qabatee bahuun Mirga Dimookiraasii Heerri Mootummaa Isaaniif Kennetti Fayyadamuun Bakka bu'aa Ofii Filatee Nagaan Akka galuuf Daa'imaa Hanga Maanguddoo Jaareetti, Hojjataa Mootummaatii Hanga Qonnaan bulaatti, Daldalaa Hanga Dafqaan bulaatti Dhiiraaf Dubartiin Aarsaa Ol'aanaa Kafaltanii Filannoo Milkeessuu Keessaniif
Galatoomaa jechuun Jaalalaa Fi Kabaja Isaaniif Qabu Onneerraa Ibsuu Jaaladhaa.
01/06/2026
Filannoon Biyyoolessa Marsaa 7ffaa Bifa Midhaagina qabuun Ganda Hara Haajiitti Gaggeeffamaa Jira.
27/04/2026
Duula Verification Fi Raayyaa Miidiyaa Sadarkaa Ganda Hara Haajiitti Hojii Eegaleera.
27/04/2026
Kilaba Kubbaa Miilaa Jedhamu England Keessatti Beektuu ?
26/04/2026
Dhufaa Jirra !
Sa'atii 14:00 qofatu Nu Hafa
18/04/2026
Ariitiidhan Storamuu qaba.
Jarkaanni Qullaan Dhiyeenya Kokkisu Tedy-Afroo moo Karkarroon jettan sun Too'annoo Seeraa Jala galeera.
Eenyuyyuu Seeraa Olii miti dhiisaa jennaan diddee Diigumsa Biyyaa Labsite Keessummaan Keessa Keenna Seentee.
18/04/2026
Click here to claim your Sponsored Listing.
Telephone
Website
Address
Addis Ababa