Waajjira Eegumsa Fayyaa Aanaa Aqaaqii
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Eegumsa Fayyaa Aanaa Aqaaqii, Health/Beauty, Dukem.
21/12/2022
Guyyaa 12/04/2015.
GAONF Waajjira Eegumsa Fayyaa Aanaa Aqaaqiitti:-
Guyyaan harka dhiqannaa magaalaa A/Seeraatti baratoota fi barsiisota akkasumas ogeessota Buufata Fayyaa fi ogeessota waajjira Eegumsa Fayyaa Aanaa Aqaaqii waliin kabajamaa Ooleera.
09/11/2022
Jaamummaa irraa ija haa baraarru.
07/11/2022
04/11/2022
04/11/2022
Onkoloolessa 25/2015
Godina Addaa Oromiyaa Naannawwa Finfinnee Aanaa Aqaaqiitti Waajjira waajjira Eegumsa Fayyaa aanichaa Dhibee Tiraakoomaaf Yaalii Baqaqsanii Yaaluu godhameen Namoonni 225 jamummaa irraa baraaramaniiru.
Aanichaattii bara hojii 2014 tti namoota dhibee tiraakoomaa qabaniif yaaliin baqaqsanii yaaluu godhameen namoota 225 ta'aan Jaamummaa irraa baraaruun danda'amuu himuun, haaluma kanaan bara 2015ttis Namoota 280 ta'aaniif yaaliin Kun Bilisaan Buufataalee Fayyaa Aanichaa keessatti argaman hundaa waan adeemsifamuuf itti gaafatamaan waajjira Eegumsa Fayyaa Aanaa Aqaaqii Obbo Abdii Iddoosaa himuun,Hawaasni Aanaa keenyaa Carraa kanatti akka itti fayyadamuun Dhibee Tiraakomaa jaamummaa fidu irraa of eegan ergaa isaanii dabarsaniiru.
22/09/2022
Biiroon fayyaa oromiyaa loogoo haaraa ifoomsee.
Loogoon kun hojii ijoo biiroo keenyaa,Aadaa, Safuu fi Duudhaa Oromummaa kan of keessatti qabuudha.
Loogoon kun:
1.Onnee fi dhahaata onnee
2.Bokkuu
3.Talaallii fi Arjoomaa dhiigaa
4.Harka kunuunsa argisiisuu fi
5.Baala Odaa qaba.
Fayyaan faaya!!!
10/09/2022
π Fayyaa Aanaa Aqaaqii.
ππππππππ
Qaammee 05/13/2014.
ππππππππ
Tokkummaan Humna.
ππππππππ
07/09/2022
Fayyaa Aanaa Aqaaqii.
Qaammee,02;2014
Finfinnee
**** *** *** *** ***
Sochiin Duulaa qulqullinaa naannoo fi dhaabbata fayyaa aanaa aqaaqiitti ogeeyyii buufata Abbuu seeran gaggeefame.
π€
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Contact the business
Telephone
Website
Address
Dukem