Bokku luboma Health Center

Bokku luboma Health Center

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bokku luboma Health Center, Health/Beauty, Bokkuu, Borana.

14/01/2024

๐Ž๐๐ฎ๐ฎ ๐†๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š๐š
๐‰๐ข๐ซ๐š๐š๐ญ๐ญ๐จ๐ญ๐š ๐Œ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐š ๐๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐ƒ๐ก๐ข๐ฒ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ฎ ๐ข๐ฌ๐ข๐ข ๐‚๐ฎ๐Ÿ๐š๐š๐Ÿ๐ข
======โˆšโˆš=====โˆšโˆšโˆšโˆš=============
Guyyaa Borii (06/05/2016) Buufaata Fayyaa Magaala Bokkuutti Tajaajiili
โœฆCalaalii Kaanserii Gadamessaa Dubartota waggaa 20 fi achi olii(Cervical CA Screening)
โœฆCalaalii Dhukkubaa Sukaaraa(DM Screening)
โœฆCalaalii Dhibbaa Dhiigaa yokaani Dhiigaa Deemuu(Hypertension Screening)
Bilisaan Yokaani Tolaani Waani Kennamufi Dhuftani Akka Tajaajilamtani Buufaati Fayyaa Magaala Bokkuu Yaamicha Isanii Godhee Jira.
โ˜†โ˜†๐…๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ง ๐…๐š๐š๐ฒ๐šโ˜†โ˜†

04/11/2023

Haati takka yeroo ulfaa mallattoolee gadii kana arginaan hatattamaan gara mana yaalaa deemuu qabdi!!

โถ.Mataa dhukkubbii hammaataa,keessattu qorichaan kan nama hin gadhiisne

โท.Gaggabdoo fi qaama hurgufuu

โธ.Qaama hoo'isuu

โน.Dhiigni gadameessa keessaa dhangala'uu

โบ.Dhangala'aan akka bishaanii gadamessa keessaa dhangala'uu

โป.Qaamni dhidhiita'uu

โผ.Ijaan arguu dadhabuu,ijatti duumessa'uu fi haalluu adda adda arguu

โฝ.Dadhabbii humnaa olii

โพ.Dhukkuba laphee,hafuura kutuu fi onneen daftee daftee dhahachuu

โฟ.Sochiin daa'iimaa erga eegalee booda jidduun dhaabbachuu
** fayyaan faaaya **

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Borana?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Bokkuu
Borana